Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu

Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu

None | Robsan Mako

在電腦上使用BlueStacks –受到5億以上的遊戲玩家所信任的Android遊戲平台。

網頁修改於: 2019年11月3日

Play Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu on PC

Nearly 120 years after the translation of bible into Afan Oromo by Onesmus Nesib and the first printed Afaan Oromoo Bible on paper, the way people reads Holy Bible changed radically. Now a days, almost everybody uses mobile devices to read the bible. Taking into consideration this fact, we offer this trendy Bible app for your android device. Install on your android device and take it with you wherever you go and enjoy your bible!
God Bless You!

Onesmoos Nasiib namni biyya Oromoo bara 1899tti Macaafa Qulqulluu Afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba Oromootiin ga'ee sabni keenya sagalee Waaqayyoo afaan isaatiin akka inni dubbifatu godhe.
Waggaa 120 booda, bara Dijitaalaa (Digital Age) jedhamuu dhaan beekamu jaarraa 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan jijjiiramaa dhufe. Har'a namoonni waa dubbisuu dhaaf meeshaa harkatti baatamu (Mobile Device) tti fayyadamu.
Kana hubannaa keessa galchuudhaan karaa TOKKUMMAA WALDOOTII OROMOO WANGEELAA AWUROOPPAA (UNION OF OROMO EVANGELICAL CHURCHES OF EUROPE, UOECE) Applikeeshinii Andriod Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo kana dubbistoota jaarraa 21ffaaf yeroo dhiyeessinu gammachuu guddaatu nutti dhagaa'ama.
Aplikeeshinii kanaan Macaafa Qulqulluu dubbisuutti dabalee:
- Luqqisii Guyyaa
- Radio Warra Wangeelaa
- Walaloo Faarfannoota Afaan Oromoo
- Beeksisa Sagantaa hafuuraa yeroo yerootti ba'u
- Baafata Luqqisii fi k.k.f
Fayyadamuu dhaan akka itti eebbifamtan abdii qabna.
Waaqayyo isin haa Eebbisu!

在電腦上遊玩Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu . 輕易上手.

  • 在您的電腦上下載並安裝BlueStacks

  • 完成Google登入後即可訪問Play商店,或等你需要訪問Play商店十再登入

  • 在右上角的搜索欄中尋找 Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu

  • 點擊以從搜索結果中安裝 Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu

  • 完成Google登入(如果您跳過了步驟2),以安裝 Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu

  • 在首頁畫面中點擊 Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu 圖標來啟動遊戲

觀看影片