Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu)

Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu)

Education | sammubani

Play on PC with BlueStacks – the Android Gaming Platform, trusted by 500M+ gamers.

Page Modified on: December 9, 2018

Play Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu) on PC

Maqaan duraa Aplikeeshinii kana "Jireenya Badhaatu" dha. Ergasii gara "Ibsaa Jireenyaa" jijjirame. Aplikeeshinin Ibsaa Jireenyaa websaayiti sammubani.com irraa haala aplikeeshinitiin kan dhufeedha. Jireenya dukkanaa keessaa gara ifaatti, dhama’uu fi raata’uu keessaa gara karaa qajeela irra deemutti namni bahuu barbaade, afaan isaatiin kitaaba ykn barruu dubbisuun furmaata guddaadha. Websaayitiin sammubani.com kana kaayyoo godhachuun waggootaaf tajaajila irra jira. Sammubani.com jireenya keessatti eessarraa ka'anii eessa deemu akka qaban, kaayyoon ilma namaa maal akka ta'e fi dukkana keessaa ifatti akkamitti akka bahan tooftaa fi furmaata sirriitti fayyadamuun karaa namatti akeeka. "Sammubani.com" jechuun kan moggaafameef namoonni haqaaf sammuu ofii akka bananii fi ifa arganiifi. Abbootin ykn namoonni naannoo haqa irra yoo hin jiraatin, wanta isaan irra turan irratti goguun sammuu namaa duucha, haqa akka hin argine nama taasisa. Kanaafu, haqa arguuf sammuu fi ija bani, nama milkaa'u fi gammachuu argatu taatati.
Websaayiti kana gara aplikeeshinitti jijjiruun dubbistootaaf akka salphatu ta’a. Faaydan aplikeeshinin kuni qabu keessaa:
-Barruulee mallattoo ‘Save’ tuquun boodarra “Barruu olkaa’ame” keessaa offline dubbisuu
-Peejii Jireenya Badhaatu osoo fesbuuki hin seenin aplikeeshini kana irratt argachuu
-Jecha wayii mataa gubbaa saanduqa “Search” keessatti barreessun barruu fedhan keessa barbaadu
-Karaa barbaadaniin barruu raabsu (share gochuu) fi kan biroo
Isin dhageefachuu fi yaada keessan fudhachuuf qophiidha. Wanta itti dabalamuu fi irraa hir’itu yoo jiraate yaada keessan nuun gaha.
Dabalataaf waa'ee fi kaayyoo websaayiti kanaa baruuf: https://www.sammubani.com/objective/ daawwadhaa.

Play Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu) on PC. It’s easy to get started.

  • Download and install BlueStacks on your PC

  • Complete Google sign-in to access the Play Store, or do it later

  • Look for Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu) in the search bar at the top right corner

  • Click to install Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu) from the search results

  • Complete Google sign-in (if you skipped step 2) to install Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu)

  • Click the Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu) icon on the home screen to start playing

Watch Video