Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu)

Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu)

Educational | sammubani

Mainkan di PC dengan BlueStacks – platform Game-Game Android, dipercaya oleh lebih dari 500 juta gamer.

Halaman Dimodifikasi Aktif: 9 Desember 2018

Play Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu) on PC

Maqaan duraa Aplikeeshinii kana "Jireenya Badhaatu" dha. Ergasii gara "Ibsaa Jireenyaa" jijjirame. Aplikeeshinin Ibsaa Jireenyaa websaayiti sammubani.com irraa haala aplikeeshinitiin kan dhufeedha. Jireenya dukkanaa keessaa gara ifaatti, dhama’uu fi raata’uu keessaa gara karaa qajeela irra deemutti namni bahuu barbaade, afaan isaatiin kitaaba ykn barruu dubbisuun furmaata guddaadha. Websaayitiin sammubani.com kana kaayyoo godhachuun waggootaaf tajaajila irra jira. Sammubani.com jireenya keessatti eessarraa ka'anii eessa deemu akka qaban, kaayyoon ilma namaa maal akka ta'e fi dukkana keessaa ifatti akkamitti akka bahan tooftaa fi furmaata sirriitti fayyadamuun karaa namatti akeeka. "Sammubani.com" jechuun kan moggaafameef namoonni haqaaf sammuu ofii akka bananii fi ifa arganiifi. Abbootin ykn namoonni naannoo haqa irra yoo hin jiraatin, wanta isaan irra turan irratti goguun sammuu namaa duucha, haqa akka hin argine nama taasisa. Kanaafu, haqa arguuf sammuu fi ija bani, nama milkaa'u fi gammachuu argatu taatati.
Websaayiti kana gara aplikeeshinitti jijjiruun dubbistootaaf akka salphatu ta’a. Faaydan aplikeeshinin kuni qabu keessaa:
-Barruulee mallattoo ‘Save’ tuquun boodarra “Barruu olkaa’ame” keessaa offline dubbisuu
-Peejii Jireenya Badhaatu osoo fesbuuki hin seenin aplikeeshini kana irratt argachuu
-Jecha wayii mataa gubbaa saanduqa “Search” keessatti barreessun barruu fedhan keessa barbaadu
-Karaa barbaadaniin barruu raabsu (share gochuu) fi kan biroo
Isin dhageefachuu fi yaada keessan fudhachuuf qophiidha. Wanta itti dabalamuu fi irraa hir’itu yoo jiraate yaada keessan nuun gaha.
Dabalataaf waa'ee fi kaayyoo websaayiti kanaa baruuf: https://www.sammubani.com/objective/ daawwadhaa.

Mainkan Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu) di PC Mudah saja memulainya.

  • Unduh dan pasang BlueStacks di PC kamu

  • Selesaikan proses masuk Google untuk mengakses Playstore atau lakukan nanti

  • Cari Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu) di bilah pencarian di pojok kanan atas

  • Klik untuk menginstal Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu) dari hasil pencarian

  • Selesaikan proses masuk Google (jika kamu melewati langkah 2) untuk menginstal Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu)

  • Klik ikon Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu) di layar home untuk membuka gamenya

Tonton Video