Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu)

Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu)

Educational | sammubani

5억명 이상의 게이머가 신뢰하는 안드로이드 게임 플랫폼 BlueStacks으로 PC에서 플레이하세요.

페이지 수정 날짜: 2018년 12월 9일

Play Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu) on PC

Maqaan duraa Aplikeeshinii kana "Jireenya Badhaatu" dha. Ergasii gara "Ibsaa Jireenyaa" jijjirame. Aplikeeshinin Ibsaa Jireenyaa websaayiti sammubani.com irraa haala aplikeeshinitiin kan dhufeedha. Jireenya dukkanaa keessaa gara ifaatti, dhama’uu fi raata’uu keessaa gara karaa qajeela irra deemutti namni bahuu barbaade, afaan isaatiin kitaaba ykn barruu dubbisuun furmaata guddaadha. Websaayitiin sammubani.com kana kaayyoo godhachuun waggootaaf tajaajila irra jira. Sammubani.com jireenya keessatti eessarraa ka'anii eessa deemu akka qaban, kaayyoon ilma namaa maal akka ta'e fi dukkana keessaa ifatti akkamitti akka bahan tooftaa fi furmaata sirriitti fayyadamuun karaa namatti akeeka. "Sammubani.com" jechuun kan moggaafameef namoonni haqaaf sammuu ofii akka bananii fi ifa arganiifi. Abbootin ykn namoonni naannoo haqa irra yoo hin jiraatin, wanta isaan irra turan irratti goguun sammuu namaa duucha, haqa akka hin argine nama taasisa. Kanaafu, haqa arguuf sammuu fi ija bani, nama milkaa'u fi gammachuu argatu taatati.
Websaayiti kana gara aplikeeshinitti jijjiruun dubbistootaaf akka salphatu ta’a. Faaydan aplikeeshinin kuni qabu keessaa:
-Barruulee mallattoo ‘Save’ tuquun boodarra “Barruu olkaa’ame” keessaa offline dubbisuu
-Peejii Jireenya Badhaatu osoo fesbuuki hin seenin aplikeeshini kana irratt argachuu
-Jecha wayii mataa gubbaa saanduqa “Search” keessatti barreessun barruu fedhan keessa barbaadu
-Karaa barbaadaniin barruu raabsu (share gochuu) fi kan biroo
Isin dhageefachuu fi yaada keessan fudhachuuf qophiidha. Wanta itti dabalamuu fi irraa hir’itu yoo jiraate yaada keessan nuun gaha.
Dabalataaf waa'ee fi kaayyoo websaayiti kanaa baruuf: https://www.sammubani.com/objective/ daawwadhaa.

PC에서 Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu) 플레이해보세요.

  • BlueStacks 다운로드하고 설치

  • Google Play 스토어에 로그인 하기(나중에 진행가능)

  • 오른쪽 상단 코너에 Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu) 검색

  • 검색 결과 중 Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu) 선택하여 설치

  • 구글 로그인 진행(만약 2단계를 지나갔을 경우) 후 Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu) 설치

  • 메인 홈화면에서 Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu) 선택하여 실행

비디오