Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu)

Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu)

Educational | sammubani

在電腦上使用BlueStacks –受到5億以上的遊戲玩家所信任的Android遊戲平台。

網頁修改於: 2018年12月9日

Play Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu) on PC

Maqaan duraa Aplikeeshinii kana "Jireenya Badhaatu" dha. Ergasii gara "Ibsaa Jireenyaa" jijjirame. Aplikeeshinin Ibsaa Jireenyaa websaayiti sammubani.com irraa haala aplikeeshinitiin kan dhufeedha. Jireenya dukkanaa keessaa gara ifaatti, dhama’uu fi raata’uu keessaa gara karaa qajeela irra deemutti namni bahuu barbaade, afaan isaatiin kitaaba ykn barruu dubbisuun furmaata guddaadha. Websaayitiin sammubani.com kana kaayyoo godhachuun waggootaaf tajaajila irra jira. Sammubani.com jireenya keessatti eessarraa ka'anii eessa deemu akka qaban, kaayyoon ilma namaa maal akka ta'e fi dukkana keessaa ifatti akkamitti akka bahan tooftaa fi furmaata sirriitti fayyadamuun karaa namatti akeeka. "Sammubani.com" jechuun kan moggaafameef namoonni haqaaf sammuu ofii akka bananii fi ifa arganiifi. Abbootin ykn namoonni naannoo haqa irra yoo hin jiraatin, wanta isaan irra turan irratti goguun sammuu namaa duucha, haqa akka hin argine nama taasisa. Kanaafu, haqa arguuf sammuu fi ija bani, nama milkaa'u fi gammachuu argatu taatati.
Websaayiti kana gara aplikeeshinitti jijjiruun dubbistootaaf akka salphatu ta’a. Faaydan aplikeeshinin kuni qabu keessaa:
-Barruulee mallattoo ‘Save’ tuquun boodarra “Barruu olkaa’ame” keessaa offline dubbisuu
-Peejii Jireenya Badhaatu osoo fesbuuki hin seenin aplikeeshini kana irratt argachuu
-Jecha wayii mataa gubbaa saanduqa “Search” keessatti barreessun barruu fedhan keessa barbaadu
-Karaa barbaadaniin barruu raabsu (share gochuu) fi kan biroo
Isin dhageefachuu fi yaada keessan fudhachuuf qophiidha. Wanta itti dabalamuu fi irraa hir’itu yoo jiraate yaada keessan nuun gaha.
Dabalataaf waa'ee fi kaayyoo websaayiti kanaa baruuf: https://www.sammubani.com/objective/ daawwadhaa.

在電腦上遊玩Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu) . 輕易上手.

  • 在您的電腦上下載並安裝BlueStacks

  • 完成Google登入後即可訪問Play商店,或等你需要訪問Play商店十再登入

  • 在右上角的搜索欄中尋找 Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu)

  • 點擊以從搜索結果中安裝 Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu)

  • 完成Google登入(如果您跳過了步驟2),以安裝 Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu)

  • 在首頁畫面中點擊 Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu) 圖標來啟動遊戲

觀看影片